Yommus yeeyyii fi ilmoon hoolaa
walii wajjin in sooratu,
leencis akka sangaa
cidii in nyaata;
bofni garuu awwaaruma ishee in nyaatti;
isaan kun hundinuu
tulloota koo warra qulqullaa'oo hundumaa irratti
waan hamaa hin godhan,
si'achis waan tokko illee hin balleessan>>
jedhee dubbateera*.