Macaafa Isaayaas Raajichaa 65:25
Macaafa Isaayaas Raajichaa 65:25 MACQUL
Yommus yeeyyii fi ilmoon hoolaa walii wajjin in sooratu, leencis akka sangaa cidii in nyaata; bofni garuu awwaaruma ishee in nyaatti; isaan kun hundinuu tulloota koo warra qulqullaa'oo hundumaa irratti waan hamaa hin godhan, si'achis waan tokko illee hin balleessan>> jedhee dubbateera*.