1
Macaafa Isaayaas Raajichaa 64:4
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
kan akka kee warra isa abdataniif waa raawwatu Waaqayyo kan biraa tokko illee hin jiru; durii duriitii jalqabee dhaga'amee, argamees hin beeku*.
Compare
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 64:4
2
Macaafa Isaayaas Raajichaa 64:8
Yaa Waaqayyo! Ati abbaa keenya; nuyi garuu suphee dha; ati immoo akka nama suphee dha'uutti harka keetiin nu tolchite; nuyi hundumti keenya hojii harka keetii ti*.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 64:8
3
Macaafa Isaayaas Raajichaa 64:6
nuyi hundumti keenya garuu akka wanta xuraa'aa taane, qajeelummaan keenya hundinuus akka moofaa xuraa'ummaa in ta'e; nuyi hundumti keenya akka baalaa in coollagne, yakki keenyas akka qilleensaa nu fudhatee in adeeme.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 64:6
Home
Bible
Plans
Videos