Macaafa Isaayaas Raajichaa 64:8
Macaafa Isaayaas Raajichaa 64:8 MACQUL
Yaa Waaqayyo! Ati abbaa keenya; nuyi garuu suphee dha; ati immoo akka nama suphee dha'uutti harka keetiin nu tolchite; nuyi hundumti keenya hojii harka keetii ti*.