1
Macaafa Isaayaas Raajichaa 66:2
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Kana hundumaa harka kootu hojjete, wanti kun hundinuus akkasuma in ta'an; ani gara isa gad deebi'aa fi isa hafuura cabaa, gara isa yommuun itti dubbadhu hollatuu nan ilaala*.
Compare
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 66:2
2
Macaafa Isaayaas Raajichaa 66:1
Waaqayyo,<<Bantiin waaqaa teessoo koo ti, laftis ejjeta miilla kootii ti, eessatti mana anaaf ijaartu>> Iddoon boqonnaa kootiis eessa*>>
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 66:1
3
Macaafa Isaayaas Raajichaa 66:13
Haati mucaa ishee akkuma urursitu, anis akkasuma isin nan urursa; Yerusaalem keessatti jajjabina in argattu*.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 66:13
4
Macaafa Isaayaas Raajichaa 66:22
<<Akkuma bantiiwwan waaqaa haaraanii fi lafti haaraan warri ani uumu ana dura jiraatan, akkasuma sanyiin keessanii fi maqaan keessan fuula koo dura in jiraata*.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 66:22
Home
Bible
Plans
Videos