Macaafa Isaayaas Raajichaa 65:20
Macaafa Isaayaas Raajichaa 65:20 MACQUL
<<Achi keessatti mucummaatti du'uun hin jiru; namni dulloomee utuu bara hin quufin du'u achi keessatti hin argamu; namni waggaa dhibba jiraatee du'u iyyuu akka waan dargagummaatti du'eetti in ilaalama; namni waggaa dhibba utuu hin ga'in du'u immoo akka nama abaarameetti in ilaalama*.