Seera Uumamaa 22:17-18

Seera Uumamaa 22:17-18 MACQUL

ani eebba kootiin sin eebbisa, sanyii kees akka urjoota waaqaa, akka cirracha qarqara galaanaas guddisee nan baay'isa; sanyiin kees karra kellaa diinota isaa qabatee, mandaroota isaanii kan isaa in godhata*. Ati waan anaaf abboomamteef, sabni biyya lafaa irraa hundinuu sanyii keetiin in eebbifamu>> jedhee dubbateera>> jedhe*.