Yommus Israa'eloonni,<<Si'uma duwwaatu Waaqayyoo dha, bantiiwwan waaqaa fi bantii waaqaa isa bantiiwwan waaqaa gara irraa jirus, macca isaanii hundumaas, lafa, wanta isa irra jiru hundumaas, galaana, wanta isa keessa jiru hundumaas situ uume; isaan kana hundumaa situ jiraachisa; macci waaqa keessaas siif in sagadu*.