1
WANGEELA MAARQOS 14:36
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
?Yaa abbaa koo wanti hundumtuu siif in danda'ama; xoofoo dhiphinaa kana ana irraa fuudhi! Garuu wanti ati jaallatte haa ta'u malee, waan ani jaalladhu miti? jedhe*.
Compare
Explore WANGEELA MAARQOS 14:36
2
WANGEELA MAARQOS 14:38
Qoramatti akka hin galleef dammaqaa, kadhadhaa! Hafuurri illee dhimmaa dha, foon garuu dadhabaa dha? jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 14:38
3
WANGEELA MAARQOS 14:9
Ani dhuguman isiniin jedha, biyya lafaa guutummaatti iddoodhuma wangeelli itti lallabametti, wanti isheen goote immoo seenaa isheetiif in dubbatama? jedhe.
Explore WANGEELA MAARQOS 14:9
4
WANGEELA MAARQOS 14:34
Isaaniin immoo, ?Lubbuun koo hamma du'aatti baay'ee gaddite; isin as turaa, dammaqaas!? jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 14:34
5
WANGEELA MAARQOS 14:22
Utuu nyaachaa jiranii, Yesus buddeena fuudhee, eebbisee, cabsees bartoota isaatiif kennee, ?Fudhadhaa, kun dhagna koo ti!? jedhe.
Explore WANGEELA MAARQOS 14:22
6
WANGEELA MAARQOS 14:23-24
Xoofoos fudhatee Waaqayyoof galata galchee, isaaniif kenne; isaanis hundumtuu xooficha keessaa in dhugan. Inni immoo, ?Kun dhiiga koo ti, dhiiga kakuu dhaabate sana cimsuudhaaf namoota baay'eedhaaf dhangala'ee dha*.
Explore WANGEELA MAARQOS 14:23-24
7
WANGEELA MAARQOS 14:27
Yommus Yesus, ?Hundumti keessan na dhiiftanii baqachuuf jirtu. ?Ani tiksee rukutee lafaan nan dha'a, hoolonnis in bittimfamu? jedhamee caafameera*.
Explore WANGEELA MAARQOS 14:27
8
WANGEELA MAARQOS 14:42
Ka'aa itti adeemnaa! Kunoo, inni dabarsee na kennu dur dhi'aate? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 14:42
9
WANGEELA MAARQOS 14:30
Yesus immoo, ?Dhuguman siin jedha, halkanuma kana indaanqoon si'a lama utuu hin iyyin, ati si'a sadii na ganta? ittiin jedhe.
Explore WANGEELA MAARQOS 14:30
Home
Bible
Plans
Videos