1
WANGEELA MAARQOS 15:34
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Sa'aatii sagalittis Yesus sagalee guddaadhaan, ?Elo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?? jedhee waammate; kunis, ?Waaqayyo ko, Waaqayyo ko maaliif na dhiifte?? jechuutti in hiikama*.
Compare
Explore WANGEELA MAARQOS 15:34
2
WANGEELA MAARQOS 15:39
Angafni dhibbaa inni gara Yesusitti gara galee dhaabatu akkasitti hafuurri isaa isa keessaa yaa'uu isaa yommuu hubate, ?Namni kun dhuguma ilma Waaqayyoo ture? jedhe.
Explore WANGEELA MAARQOS 15:39
3
WANGEELA MAARQOS 15:38
Yeroo sanatti golgaan mana qulqullummaa olii hamma gadiitti iddoo lamatti tarsa'e*.
Explore WANGEELA MAARQOS 15:38
4
WANGEELA MAARQOS 15:37
Yesus sagalee guddaa isaa dhageessisee hafuurri isaa keessaa yaa'e.
Explore WANGEELA MAARQOS 15:37
5
WANGEELA MAARQOS 15:33
Sa'aatii ja'aa jalqabee hamma sa'aatii sagaliitti dukkanni lafa hundumaa irra ture.
Explore WANGEELA MAARQOS 15:33
6
WANGEELA MAARQOS 15:15
Philaaxos yommus namoota gammachiisuu barbaadee, Barabbaa gad isaaniif dhiise; Yesusin immoo reebsisee akka inni fannifamuuf dabarsee kenne*.
Explore WANGEELA MAARQOS 15:15
Home
Bible
Plans
Videos