1
WANGEELA MAARQOS 16:15
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Inni, ?Gara biyya lafaa hundumaa dhaqaa! Uumama hundumaattis wangeela lallabaa!
Compare
Explore WANGEELA MAARQOS 16:15
2
WANGEELA MAARQOS 16:17-18
Warra anatti amanan birattis milikkitoonni kun in argamu; warri anatti amanan kun maqaa kootiin hafuurota hamoota in baasu, afaanota haaraadhaanis in dubbatu*. Bofa yoo qaban yookiis waan nama ajjeesu yoo dhugan isaan hin miidhu; harka isaaniis warra dhukkubsatan irra in kaa'u, isaanis in fayyu? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 16:17-18
3
WANGEELA MAARQOS 16:16
Namni amane namni cuuphames in fayya; namni hin amanne garuu itti in faradama*.
Explore WANGEELA MAARQOS 16:16
4
WANGEELA MAARQOS 16:20
Ergasii bartoonni dhaqanii iddoo halletti lallaban; gooftaan immoo isaanii wajjin hojjete, dubbichas milikkitoota argamaniin in cimse*.
Explore WANGEELA MAARQOS 16:20
5
WANGEELA MAARQOS 16:6
Inni immoo, ?Naatanii hin dinqifatinaa! Isin Yesus nama Naazireet isa fannifamee ture barbaaddu; innoo ka'eera, as hin jiru, ilaa, iddoo isaan isa ciibsanii turan iyyuu!
Explore WANGEELA MAARQOS 16:6
6
WANGEELA MAARQOS 16:4-5
Dhagichi baay'ee guddaa ture; itti hiiqanii yommuu ilaalan immoo dhagichi balbala awwaalichaattii gara galfamee argan. Awwaalichatti akkuma ol lixaniin dargaggeessa tokko, uffata gad dheeraa adii uffatee bukkee gara mirgaatiin taa'ee argan; isaan yommus na'anii in dinqifatan.
Explore WANGEELA MAARQOS 16:4-5
Home
Bible
Plans
Videos