Kunoo in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi*! Inni guddaa in ta'a ilma aabbaas jedhamee in waamama, Waaqayyo gooftaanis teessoo abaabilii isaa Daawit in kennaaf. Mana Yaaqoob irratti bara baraan in mo'a, barri mootummaa isaas dhuma hin qabu? jedhe*.