1
WANGEELA MAATEWOS 26:41
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Qoramatti akka hin galleef dammaqaa, kadhadhaa! Hafuurri illee dhimmaa dha, foon garuu dadhabaa dha? jedhe*.
Compare
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:41
2
WANGEELA MAATEWOS 26:38
Yommus, ?Lubbuun koo hamma du'aatti baay'ee gaddite; isin as turaa anaa wajjinis dammaqaa!? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:38
3
WANGEELA MAATEWOS 26:39
Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, ?Yaa abbaa ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee? jedhee kadhate*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:39
4
WANGEELA MAATEWOS 26:28
Kun dhiiga koo ti, dhiigni kun kakuu dhaabate sana cimsuudhaaf, dhiifamuu cubbuu namoota baay'eetiif dhangala'a*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:28
5
WANGEELA MAATEWOS 26:26
Utuu nyaachaa jiranii, Yesus buddeena fuudhee, eebbisee cabsees bartoota isaatiif kenne, ?Fudhadhaa nyaadhaa, kun dhagna koo ti!? jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:26
6
WANGEELA MAATEWOS 26:27
Xoofoos fudhatee Waaqayyoof galata galchee, isaaniifis kennee, ?Hundumti keessan kanattii dhugaa!
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:27
7
WANGEELA MAATEWOS 26:40
Kana booddee gara bartoota sanaa dhufee, rafanii isaan arge; Phexrosiin immoo, ?Egaa isin sa'aatii tokkittiif illee anaa wajjin dammaquu hin dandeenyee?
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:40
8
WANGEELA MAATEWOS 26:29
Ammaa jalqabee hamma guyyaa gaafa ani mootummaa abbaa koo keessatti isa haaraa isinii wajjin dhugutti, deebi'ee daadhii waynii kanaattii akkan hin dhugne isinittan hima? jedhe.
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:29
9
WANGEELA MAATEWOS 26:75
Phexros yommus jecha Yesus isa inni, ?Indaanqoon utuu hin iyyin ati si'a sadii na ganta? ittiin jedhee ture yaadate; kanaaf inni gad ba'e mararamee boo'e*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:75
10
WANGEELA MAATEWOS 26:46
Ka'aa itti adeemnaa! Kunoo inni dabarsee na kennu dur dhi'aate? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:46
11
WANGEELA MAATEWOS 26:52
Yeroo sanatti Yesus immoo, ?Billaa kee mann'ee isaatti deebisi; warri billaa luqqifatan hundinuu billaadhaan in badu.
Explore WANGEELA MAATEWOS 26:52
Home
Bible
Plans
Videos