1
WANGEELA MAATEWOS 25:40
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Mootichi immoo deebisee, ?Ani dhuguman isinitti hima, obboloota koo warra hundumaa irra gad deebi'an kana keessaa isa tokkoof hammi isin gootan, anaaf gootan? isaaniin jedhe*.
Compare
Explore WANGEELA MAATEWOS 25:40
2
WANGEELA MAATEWOS 25:21
Gooftaan isaa immoo, ?Ba'eessa goote, hojjetaa gaarii dhaa fi amanamaa nana, ati waan xinnoo irratti amanamte, ani immoo waan guddaa irra sin dhaaba; gammachuu gooftaan kee itti jiraatutti gali!? jedheen*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 25:21
3
WANGEELA MAATEWOS 25:29
Nama amanamee waa qabaatu hundumaaf hamma isa irraa hafutti itti dabalamee in kennamaaf; kana kan hin qabne garuu, innumti inni qabu iyyuu isa duraa in fudhatama*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 25:29
4
WANGEELA MAATEWOS 25:13
Egaa, guyyicha, yerichas hin beektaniitii dammaqaa!? jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 25:13
5
WANGEELA MAATEWOS 25:35
Beela'een ture, nyaata anaaf kennitaniittu; dheebodheen ture, dheebuu na baaftaniittu; orman ture, akka nama keessaniitti na simtaniittu*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 25:35
6
WANGEELA MAATEWOS 25:23
Gooftaan isaa immoo, ?Ba'eessa goote, hojjetaa gaarii dhaa fi amanamaa nana, ati waan xinnoo irratti amanamte, ani immoo waan guddaa irra sin dhaaba; gammachuu gooftaan kee itti jiraatutti gali!? jedheen.
Explore WANGEELA MAATEWOS 25:23
7
WANGEELA MAATEWOS 25:36
Qullaa koo ta'een ture, daara na baaftaniittu; dhukkubsadheen ture, na gaafattaniittu; hidhameen ture gara koo dhuftaniittu? jedhe.
Explore WANGEELA MAATEWOS 25:36
Home
Bible
Plans
Videos