Inni immoo, ?As gara kootti fidaa!? jedhe.
Kana booddee marguma sana irra akka taa'aniif tuuta sana abboomee, buddeenan shananii fi qurxummii lamaan fuudhee, gara waaqaatti ol ilaalee, eebbisee cabsees, buddeenan sana bartoota isaatti kekkenne; bartoonni immoo tuuta sanaaf in dhi'eessan*.