WANGEELA MAATEWOS 14:30-31
WANGEELA MAATEWOS 14:30-31 MACQUL
Qilleensi jabaan sun yeroo isatti dhaga'ame garuu in sodaate; gad liqimfamuu jalqabnaanis iyyee, ?Gooftaa! Na oolchi!? jedhe. Yesus achumaan harka isaa hiixatee isa qabee, ?Yaa namicha amantii hir'uu! Maaliif mamte?? jedheen*.