Hamma yeroo midhaan sassaabamutti lachuu walumaa wajjin haa guddatan. Yeroo midhaan sassaabamutti warri sassaaban, dura in kirdaadicha bubuqqisanii akka gubamuuf bissii bissiitti akka hidhaniif, qamadicha garuu gombisaa kootti akka anaaf sassaabaniif ittan himadha? jedhee isaaniif deebise? jedhe*.