1
WANGEELA MAATEWOS 12:36-37
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Ani isinittan hima, namoonni dubbii yaada malee afaan isaanii keessaa ba'e hundumaatti gaafatamanii, guyyaa firdiitti deebii deebisuuf jiru. Dubbii kee hundumaan siif in faradama, dubbii kee hundumaanis sitti in faradama? jedhe.
Compare
Explore WANGEELA MAATEWOS 12:36-37
2
WANGEELA MAATEWOS 12:34
Isin ijoollee mar'ataa! Ofii keessanii hamoota erga taatanii, attamitti gaarii dubbachuu dandeessu? Waan garaa namaa keessa guute afaan dubbata*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 12:34
3
WANGEELA MAATEWOS 12:35
Namni gaariin gaarummaa garaa isaa keessaa waan gaarii in baasa; namni hamaanis hammina garaa isaa keessaa waan hamaa in baasa.
Explore WANGEELA MAATEWOS 12:35
4
WANGEELA MAATEWOS 12:31
Kanaafis ani isinittan hima, cubbuun kam illee arrabsoonis namootaaf in dhiifama; arrabsoon hafuura qulqulluu irratti ka'u garuu hin dhiifamu*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 12:31
5
WANGEELA MAATEWOS 12:33
Yesus itti fufee, ?Muka gaarii qabaadhaa, iji isaas gaarii in ta'a; yookii immoo muka gadhee qabaadhaa, iji isaas gadhee in ta'a; mukti ija isaatiin in beekama*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 12:33
Home
Bible
Plans
Videos