Nuyi garbummaa jala gallee utuma jirruu, ati Waaqayyoon keenya garbummaa keenya keessatti iyyuu nu hin ganne; nuyi bayyaannannee mana kee mana Waaqayyo keenyaa dhaabuudhaaf, isa jiges deebifnee ijaaruudhaaf mootonni Faares karaa akka nuuf kennaniif, kutaa biyya Yihudaa fi Yerusaalem keessattis dalasaa kan nuuf ta'an akka nuuf abboomaniif, ati Waaqayyoon keenya isaan duratti gaarummaa nu argisiifteetta.