1
Macaafa Izraa 10:4
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Kun si harka jira; nuyis sii wajjin jirra, ka'i, jabaadhuu hojjedhu!>> jedhe.
Compare
Explore Macaafa Izraa 10:4
2
Macaafa Izraa 10:1
Izraan balbala mana qulqullummaa duratti gad gombifamee, boo'aa, kadhachaa, cubbuus himachaa utuu jiruu, Israa'el keessaa dhiirri, dubartiin, ijoolleenis tuuti sonaan baay'een, isa biratti walitti qabamanii, hirqinfatanii in boo'an.
Explore Macaafa Izraa 10:1
Home
Bible
Plans
Videos