Ani biyya isan Abrahaam, Yisihaq, Yaaqoobiif kennuudhaaf kakadhe sanatti isin nan galcha, dhuunfaa keessan godhees isiniif nan kenna; ani Waaqayyoo dha>> jedhi!>> jedhe*. Museenis Israa'elootatti kana in hime, isaan garuu yaadni isaanii waan cabeef, garbummaanis waan isaanitti jabaateef isa hin dhaggeeffanne.