Yesuus, “Ajaji guddichi, ‘Israa'el, dhage'i! Goottaan Waaqi keenna Goottaa tokkocha. Goottaa Waaqa keeti gadhaa keeti tokkochan, lubbuu teeti takkatti'iin, qalbii teeti takkatti'iin, hunna teeti takkatti'iin’ jaalladhu. Ajaji guddichi lammeesso'oo, ‘Nama mara akka mataa keetii jaalladhu’ ka jedhu kana. Ajaji guddichi isaan lamaan kana caalu ka dhibiin hin jiru’ ” jedhe.