Wongeela Maarqoosii 12:43-44
Wongeela Maarqoosii 12:43-44 GAXNT
Yesuus barattoota ifii waamee, “Ani dhugumaan isinitti hima! Haati hiyyeessaa hiyyeettiin tun worra dhibii mara caalaa subba kennansaa keessa buutte jedhe. Worri dhibiin qabeenna guddaa qabanu irraa ka hafe subba keessa buusane; isiin ammoo adoo hiyyeetti'iituu, waan qaddu mara ka ittiin bultu subba san keessa buutte” jedhe.