1
Hujii Ergantootaa 4:12
Guji Oromo New Testament 2007
Fayyinni karaa Yesuus Kiristoosii qofaan malee, karaa dhibi'iin hin jiru; akka nuuti ittiin fayyinuuf, maqaan Waaqi namootaaf kenne, isa qofa malee, biyya lafaa duudii irra ka dhibiin hin jiru” jedhe.
Compare
Explore Hujii Ergantootaa 4:12
2
Hujii Ergantootaa 4:31
Isaan daadimataneen duuba, addeen isaan itti wolitti qabamane tachoote. Isaan duudiin Ayyaana Woyyichaan guutamanee sodaa malee jecha Waaqaa lallabane.
Explore Hujii Ergantootaa 4:31
3
Hujii Ergantootaa 4:29
Ammalle Gootta'a, sodaachisaa isaanii tana ilaali, nuuti tajaajiltooti teeti sodaa malee akka dubbannu nu godhi.
Explore Hujii Ergantootaa 4:29
4
Hujii Ergantootaa 4:11
Inni dhakaa isin worri mana ijaaru tuffattane, ka ammoo dhakaa dhakaa mara caalu ite'e.
Explore Hujii Ergantootaa 4:11
5
Hujii Ergantootaa 4:13
Pheexroosii fi Yohaannis sodaa malee akka dubbatane miseensoti koraa yennaa dhaggane, akka isaan barumsa guddaa hin qanne waan beekanuuf, worri kora mura'aa baaseffatane. Teetu malee akka isaan Yesuus woliin turaneeranu isaaniif gale.
Explore Hujii Ergantootaa 4:13
6
Hujii Ergantootaa 4:32
Dhugeeffattooti martinuu yaadaa fi gadhaa tokkoon jiraniiyyu. Isaan keessaa nami tokkolle, “Kun kiyya” waan jedhu hin qabuuyyu; isaan waan qabanu mara wolumaan qabaniiyyu.
Explore Hujii Ergantootaa 4:32
Home
Bible
Plans
Videos