1
Hujii Ergantootaa 3:19
Guji Oromo New Testament 2007
Maarre akka inni cubbuu teessan isiniif araaramu cubbuu irraa deebi'aatii, gara Waaqaa dacha'a'a.
Compare
Explore Hujii Ergantootaa 3:19
2
Hujii Ergantootaa 3:6
Pheexroos ammoo, “Ani beesee hin qabu; waan qabu ammoo si'iif hin kenna; maqaa Yesuus Kiristoosii Naaziretiitiin ka'ii ideemi” jedhe.
Explore Hujii Ergantootaa 3:6
3
Hujii Ergantootaa 3:7-8
Achiin duuba inni harka middicha isaa qabee ol kaase; yoosuma miilaa fi gulubiin isaa jabaatte. Inni ol utaalee miilaa ifiitiin dhaabbatee, ideemiisa jalqabe; Galma Waaqaa keessa isaan woliin seenee, asii fi achi deemaa u'utaalaa Waaqa leellifate.
Explore Hujii Ergantootaa 3:7-8
4
Hujii Ergantootaa 3:16
Namicha naafa te'e kanaaf hunna jabeennaa ka kenne hunna maqaa Yesuusii ti. Wonni isin dhaggitanuu fi beettanu maqaa Yesuusiitti dhugeeffatiisaan teete; akkuma isin duudiin dhaggitanu wonni isa fayyise, dhugeeffannaa inni Yesuusitti qabu.
Explore Hujii Ergantootaa 3:16
Home
Bible
Plans
Videos