Hujii Ergantootaa 4:32
Hujii Ergantootaa 4:32 GAXNT
Dhugeeffattooti martinuu yaadaa fi gadhaa tokkoon jiraniiyyu. Isaan keessaa nami tokkolle, “Kun kiyya” waan jedhu hin qabuuyyu; isaan waan qabanu mara wolumaan qabaniiyyu.