1
Seera Uumamaa 18:14
Kitaaba Woyyuu
Horomaa wonti Rabbii hin danda'amne hin jiraa? bara dhufu hennaa tana ani deebi'ee gara kee dhufa Saaraan ilma argatti» jedheen.
Vergelyk
Verken Seera Uumamaa 18:14
2
Seera Uumamaa 18:12
Saaraan garaa ufii keessatti «Ani amma jaareeraa fedha dhiiraa hin qabu abbaan worraa kiyyallee jaareera» jettee kolfite.
Verken Seera Uumamaa 18:12
3
Seera Uumamaa 18:18
Abrahaam dhugamaan banii guddaa waan ta'uuf; baniin biyya lafaa maruu isaan eebbifama.
Verken Seera Uumamaa 18:18
4
Seera Uumamaa 18:23-24
itti siiqee «Yabo'oo dhugamaan ati qajeelaa cubbamaa woliin balleessitaa? Uduu namni shantamaa qajeelaan qachaa san keessatti argamanii maraa wolumaan balleessitaa? Qachattii san qajeelaa shantamaa sanniiniif jettee hin dhiiftuu?
Verken Seera Uumamaa 18:23-24
5
Seera Uumamaa 18:26
Rabbillee Abrahaamiin, «Qachattii Soodoomii keessatti yoo qajeelaa nama shantamaa arge isaaniif jedhee hin dhiisa» jedhe.
Verken Seera Uumamaa 18:26
Tuisblad
Bybel
Leesplanne
Video's