Abraamillee mootii biyya Soodomiitiin «Ani maqaa Rabbii guddaa Ardi'ii fi Samii uumeetiin kakadha; Ati Abraamiin duroomseera akka hin jenne, miseensa kophee keetiituu hin barbaadu; ijoolleen na woliin boojuu deebisanii fi Awunaan Eeskoosii fi Maammireen ammo gayaa ufii akka fudhatan isaan hoffolcheera» jedhe.