1
Maatewos 4:4
Kakuu Haaraaka
Yesus ammoo deebisee, “Barreessii qulqulloo keessatti ‘Namii qixxaa callaan hinjiraatu, dubbii afaan Waaqaa keessaa baatu cufaan jiraataa’ waan jedhaa la barreessan” jedheen.
Lee anya n'etiti ihe abụọ
Nyochaa Maatewos 4:4
2
Maatewos 4:10
Jennaan Yesus, “Sheexana na biraa deem! Barreessiin ‘Aabboo Waaqaa kankee callaa sagadii, isuma callaa Waaqeffadhi!’ jettii” jedhe.
Nyochaa Maatewos 4:10
3
Maatewos 4:7
Yesus deebisee, “Ammallee barreessiin, ‘Aabboo Waaqaa kankee hinlaallatin’ jetti” jedheen.
Nyochaa Maatewos 4:7
4
Maatewos 4:1-2
Jennaan hafuurii, akka sheexanii laallatu Yesus lafa gammoojjii geesse. Innii guyyaa afuratamaatii fi halkan afurtamaa sagalee malee taa'ee jennaan, beela'e.
Nyochaa Maatewos 4:1-2
5
Maatewos 4:19-20
Innii warra yaamee, “Na gula koottaa! Anin guurtuu namaa isan tolchaa” jedheen. Yoma sun xuruuraa lakkisanii isa gula yaa'an.
Nyochaa Maatewos 4:19-20
6
Maatewos 4:17
Guyyaa sunii jalqabee Yesus, “Mootummaan Waaqaa ya dhi'aattee Cubbuu irraa deebi'aa!” jedhe. Oduu dansaa haasa'e.
Nyochaa Maatewos 4:17
Ebe Mmepe Nke Mbụ Nke Ngwá
Akwụkwọ Nsọ
Atụmatụ Ihe Ogụgụ Gasị
Vidiyo Gasị