1
Maatewos 3:8
Kakuu Haaraaka
Midhaan cubbuu irraa deebi'uu teessan agarsiisu baasaa.
Lee anya n'etiti ihe abụọ
Nyochaa Maatewos 3:8
2
Maatewos 3:17
Qoonqoon Waaqaa gubbaa dhuftee, “Kunin ilma kiyya ka anin jaaladhu, innii guddoo na gammachiisa” jette.
Nyochaa Maatewos 3:17
3
Maatewos 3:16
Akkuma Yesus cuuphamee bisaan keessaa ba'een, gubbaan Waaqaa isaa banamtee, innii hafuura Waaqaa ka bifa sabaliisaa qabu, ka isa irra taa'u arge.
Nyochaa Maatewos 3:16
4
Maatewos 3:11
Akka isan cubbuu irraa deebitan, anin bisaaniin isan cuupha; ka faana tiyya dhufu ammoo ka narra jiru, ka anin seemsaa kophee isaallee qabachuu hinmalle. Innii hafuura Qulqulloo fi ibiddaan isan cuupha.
Nyochaa Maatewos 3:11
5
Maatewos 3:10
Ammumaa Agaraa yayyuu hidda mukaa jala kaa'an; muka midhaan dansaa hinbaamne cufaa muranitti ibidda keessatti jissan.
Nyochaa Maatewos 3:10
6
Maatewos 3:3
Raagi Isaayas waan Yoh. aannis dubbatee, “Qoonqoon nama lafa gammoojjii keessaa iyyuu, ‘Karaa Aabboo kurfeessaa, daandii isaa qajeelchaa’ jetti!” jedhe.
Nyochaa Maatewos 3:3
Ebe Mmepe Nke Mbụ Nke Ngwá
Akwụkwọ Nsọ
Atụmatụ Ihe Ogụgụ Gasị
Vidiyo Gasị