Wongeela Luqaasii 1:35
Wongeela Luqaasii 1:35 GAXNT
Ergantichi Waaqaalle deebisee, “Ayyaanni Woyyichi si'itti hin dhufa, hunni Waaqa Ol Aana'aalle si irratti hin buuti. Tanaaf daa'inni woyyichi dhalatu Ilma Waaqaa hin jedhama.