1
Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 8:6
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Akka mallattootti garaa keettii fi irree keetti na mallateeffadhu! Jaalalli jabaa akka du'aa ti, hinaaffaan gara-jabeessa akka awwaalaa ti; arrabni isaas akka arraba ibiddaa ti, akka giimii ibiddaa isa xaph godhuu ti.
Compare
Explore Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 8:6
2
Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 8:7
Bishaan baay'een iyyuu ibidda jaalalaa hin dhaamsu, lolaanis haree isa hin balleessu; namni qabeenya qe'ee isaa jiru hundumaan jaalala bitachuu barbaaduun gowwummaa dha>> jedhe.
Explore Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 8:7
Home
Bible
Plans
Videos