1
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:18
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
<< <Kottaa mee walii wajjin dhugaa in baafnaa cubbuun keessan akka dhiigaa yoo isin diimesse iyyuu, akka cabbii in addaattu; diimaa biluus yoo isin godhe iyyuu, akka jirbii iddamaa adii in taatu*.
Compare
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:18
2
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:19
Tole jettanii yoo abboomamtan wanta gaarii lafichi baasu in nyaattu
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:19
3
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:17
Gaarii gochuu baraa! Firdii qajeelaa duukaa bu'aa! Warra nama miidhan ifadhaatii qajeelchaa! Ijoollee abbaan irra hin jirreef faradaa! Haadha hiyyeessaaf falmaa*!
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:17
4
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:20
diddanii yoo ana irratti kaatan garuu, billaan isin in nyaata>> jedhee ani Waaqayyo dubbadheera>> jedhe*.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:20
5
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:16
dhiqadhaa of qulleessaa, hojii keessan isa hamaas ija koo duraa balleessaa, hamaa gochuu dhiisaa!
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:16
6
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:15
<< <Yommuu isin harka keessan gara kootti bal'iftanii kadhattan, ani immoo gara keessan hin ilaalu; harka keessan keessa dhiigni waan guuteef, kadhata yoo baay'iftan iyyuu ani isiniif hin dhaga'u
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:15
7
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:13
Kennaa waa'ee hin baafne deebitanii hin fidinaa! Ani aarsaa ixaana keessanii ciigga'eera, baatii haaraa, Sanbataa fi walga'ii keessan, jal'inaaf walitti qabamuu keessanis ani obsuu hin danda'u.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:13
8
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:3
qotiyyoon abbaa isaa, harreenis gorantoo gooftaa isaatii beeka, Israa'el sabni koo garuu hin beeku, kana hin hubatus>> jedhee dubbateera.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:3
9
Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:14
Ayyaannan baatii haaraa keessanii fi ayyaannan keessan warra beekamoo ani nan jibbe; isaan ba'aa anatti ta'aniiru, ani isaan baachuu dadhabeera*.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 1:14
Home
Bible
Plans
Videos