Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 8:7
Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 8:7 MACQUL
Bishaan baay'een iyyuu ibidda jaalalaa hin dhaamsu, lolaanis haree isa hin balleessu; namni qabeenya qe'ee isaa jiru hundumaan jaalala bitachuu barbaaduun gowwummaa dha>> jedhe.