1
Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 6:3
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Michuun koo kan koo ti, anis kan michuu kootii ti; inni daraaraa keessa horii isaa in tiksa>> jette*.
Compare
Explore Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 6:3
2
Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 6:10
<<Isheen akka boruu ganamaa ol baatu, akka ji'aa miidhagdu, akka aduu iftu, akka loltoota faajjii baatanii nama sodaachiftu kun eenyu?>> jedhan*.
Explore Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 6:10
Home
Bible
Plans
Videos