Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 6:10
Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 6:10 MACQUL
<<Isheen akka boruu ganamaa ol baatu, akka ji'aa miidhagdu, akka aduu iftu, akka loltoota faajjii baatanii nama sodaachiftu kun eenyu?>> jedhan*.