1
Macaafa Nahimiiyaa 12:43
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Waaqayyo, baay'ee waan isaan gammachiiseef, gaafas qalma baay'ee dhi'eessanii in gammadan; dubartoonnii fi ijoollonnis immoo in gammadan, sagaleen gammachuu Yerusaalem keessatti ta'e kunis fagootti in dhaga'ame.
Compare
Explore Macaafa Nahimiiyaa 12:43
2
Macaafa Nahimiiyaa 12:27
Eebbifamuu dallaa Yerusaalem isa haareffame irratti argamanii, sibiila walitti rukutamee sagalee ol kaasuun, kiraaraa fi maseenqoodhaan faarfannaa galataa faarfachaa gammachuudhaan eebbifamuu dallichaa akka ayyaaneffataniif Lewwoonni iddoo jiraatan hundumaatii barbaadamanii Yerusaalemitti in waamaman*.
Explore Macaafa Nahimiiyaa 12:27
Home
Bible
Plans
Videos