1
WANGEELA MAARQOS 8:35
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Namni jireenya isaa oolfachuu yoo barbaade, jireenyi isaa duraa in fudhatama; namni anaa fi wangeelaaf jedhee jireenya isaa kennu immoo, isa in oolfata*.
Compare
Explore WANGEELA MAARQOS 8:35
2
WANGEELA MAARQOS 8:36
Namni biyya lafaa guutummaatti buufatee, lubbuu isaa garuu yoo dhabe, bu'aan isaa maali ree?
Explore WANGEELA MAARQOS 8:36
3
WANGEELA MAARQOS 8:34
Inni tuuta jaraa bartoota isaatii wajjin ofitti waamee, ?Namni tokko illee ana duukaa bu'uu yoo barbaade, waa'ee ofii isaa dhiisee, fannoo isaa [isa anaaf jedhee baatu] of irra kaa'atee, ana duukaas haa bu'u*!
Explore WANGEELA MAARQOS 8:34
4
WANGEELA MAARQOS 8:37-38
Namni gatii lubbuu isaa maal kennuu danda'a ree? Nama dhaloota gara gaggalaadhaa fi cubbamaa kana keessatti, anatti, dubbii koottis yeella'utti, ilmi namaa ulfina abbaa isaatiin qulqulloota ergamootaa wajjin yommuu dhufu isatti in yeella'a? jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 8:37-38
5
WANGEELA MAARQOS 8:29
Inni immoo, ?Isinoo, eenyu anaan jettu?? jedhee isaan gaafate. Phexros deebisee, ?Ati Masiihicha? jedheen*.
Explore WANGEELA MAARQOS 8:29
Home
Bible
Plans
Videos