Yaadni hamaan hundinuu keessa yaada garaa namootaatii in ba'a; isaan immoo, halalummaa, hanna, nama ajjeechaa, ejjummaa, sassata, hammina, haxxumaa, gad-dhiisa, weennoo, nama salphisuu, of tuulummaa, dagattummaa. Wanti hamaan kun hundinuu keessa yaada garaa namaatii ba'anii xuraa'aa nama in godhu? jedhe*.