1
WANGEELA MAATEWOS 19:26
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yesus immoo gara isaanii ilaalee, ?Kun namootaaf hin danda'amu, Waaqayyoof garuu wanti hundinuu in danda'ama? isaaniin jedhe*.
Compare
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:26
2
WANGEELA MAATEWOS 19:6
Egaa isaan lama miti, foon tokko malee; kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin!? jedhe.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:6
3
WANGEELA MAATEWOS 19:4-5
Inni garuu deebisee, ?Waaqayyo inni jalqabatti isaan uume ?Dhiiraa fi dubartii akka uume? hin dubbifnee ree?? jedhe*. Itti dabalees, ? ?Sababii kanaaf dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa haadha manaa isaattis in maxxana; isaan lachanuus foon tokko in ta'u*?.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:4-5
4
WANGEELA MAATEWOS 19:14
Yesus immoo, ?Lakkisaa mucoolii dhiisaa, gara koo dhufuu isaan hin dhowwinaa! Mootummaan waaqaa warra akkasiitiif in ta'a? jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:14
5
WANGEELA MAATEWOS 19:30
Garuu baay'een warra dura jiran keessaa warra hundumaa booddee kan ta'an jiru; warra hundumaa booddee jiran keessaas warra duraa kan ta'an jiru? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:30
6
WANGEELA MAATEWOS 19:29
Namni maqaa kootiif jedhee manneen yookiis obboloota yookiis obboleettota yookiis abbaa yookiis haadha yookiis ijoollee yookiis araddaa dhiise, dachaa dhibba in fudhata; jireenya bara baraas in argata.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:29
7
WANGEELA MAATEWOS 19:21
Kana booddee Yesus deebisee, ?Raawwatee guutuu ta'uu yoo feete, dhaqi qabeenya kee gurguri, warra deegaadhaaf kenni, waaqa irratti badhaadhummaa in qabaatta! Kottuutii ana duukaa bu'i!? jedheen*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:21
8
WANGEELA MAATEWOS 19:17
Yesus immoo, ?Waa'ee hojii gaarii maaliif ana gaafatta? Isa tokkicha sanatu gaarii dha; jireenya sanatti galuu yoo feete garuu, abboommota eegi!? ittiin jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:17
9
WANGEELA MAATEWOS 19:24
Ammas isinittan hima, sooressi tokko mootummaa Waaqayyootti galuu irra, gaalli qaawwa lilmoo keessa ba'uutu salphata? jedhe.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:24
10
WANGEELA MAATEWOS 19:9
Ani isinittan hima, yoo isheen ejjite malee, namni haadha manaa isaa baasee kan biraa fuudhe in ejja? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:9
11
WANGEELA MAATEWOS 19:23
Ergasii Yesus bartoota isaatiin, ?Ani dhuguman isinitti hima, namni sooressi mootummaa waaqaatti galuun rakkisaa dha.
Explore WANGEELA MAATEWOS 19:23
Home
Bible
Plans
Videos