1
WANGEELA YOHANNIS 20:21-22
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yesus ammas itti deebi'ee, ?Nagaan isiniif haa ta'u!? isaaniin jedhe; itti fufees, ?Abbaan akkuma ana erge, ani immoo isin nan erga? jedhee isaanitti dubbate*. Kana jechaa hafuura isaanitti baafatee, ?Hafuura qulqulluu fudhadhaa*!
Compare
Explore WANGEELA YOHANNIS 20:21-22
2
WANGEELA YOHANNIS 20:29
Yesus immoo, ?Yaa Toomaas, waan ana argiteef amantee? Utuu ana hin argin kan amanan, attam haa gammadan!? ittiin jedhe*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 20:29
3
WANGEELA YOHANNIS 20:27-28
Kana booddee Toomaasiin, ?Quba kee fidii as irra kaa'i, harka koo lamaan ilaali, harka kee fidiitii madaa cinaacha koo keessa kaa'i; kan hin amanne hin ta'in, kan amante ta'i malee!? jedhe*. Toomaasis, ?Gooftaa ko, Waaqayyo ko!? jedhee deebiseef*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 20:27-28
Home
Bible
Plans
Videos