Yesus yeroo sanatti haadha isaa, bartuu isa inni jaallates ishee bukkee utuu dhaabatuu argee, haadha isaatiin, ?Haadha ko, ilaa ilma kee!? jedhe*. Ergasii bartuu sanaan immoo, ?Ilaa haadha kee!? jedhe; bartichi yeroo sanaa jalqabee gara mana ofii isaatti ishee fudhate.