1
Seera Ba'uu 1:17
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Deessiftoonni sun garuu Waaqayyoon waan sodaataniif, akka mootiin Gibxii isaan abboome hin goone; mucooliin dhiiraas akka jiraatan godhan.
Compare
Explore Seera Ba'uu 1:17
2
Seera Ba'uu 1:12
Danuudhuma warri Gibxii gad isaan qaban keessaa, warri Israa'el immoo caalaa baay'atanii, lafa guutan; kana irraa kan ka'e warri Gibxii jabeessanii isaan in sodaatan.
Explore Seera Ba'uu 1:12
3
Seera Ba'uu 1:21
Warri deessiftuun Waaqayyoon waan sodaataniif inni immoo mana isaan godhachiise.
Explore Seera Ba'uu 1:21
4
Seera Ba'uu 1:8
Ergasii immoo mootiin haaraan Yoseefin hin beekne tokko biyya Gibxii irratti in mo'e*.
Explore Seera Ba'uu 1:8
Home
Bible
Plans
Videos