1
Macaafa Asteer 3:6
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Qomoon Mordekaayi Yihudii ta'uu isaa isaan waan isatti mul'isaniif, Haamaan isa duwwaa ajjeesisuu in tuffate; kanaafis Haamaan Yihudoota qomoo Mordekaayi warra guutummaa mootummaa Ahashweros keessa jiran hundumaa fixuu in barbaade.
Compare
Explore Macaafa Asteer 3:6
2
Macaafa Asteer 3:2
Isaan Haamaaniif ulfina akka kennaniif mootichi waan abboomeef, hojjetoonni achi keessa jiran hundinuu hamma lafa ga'anitti isaaf in qoomma'an; Mordekaayi garuu isaaf hin gugguufne hin qoommaanes.
Explore Macaafa Asteer 3:2
Home
Bible
Plans
Videos