Macaafa Asteer 3:6
Macaafa Asteer 3:6 MACQUL
Qomoon Mordekaayi Yihudii ta'uu isaa isaan waan isatti mul'isaniif, Haamaan isa duwwaa ajjeesisuu in tuffate; kanaafis Haamaan Yihudoota qomoo Mordekaayi warra guutummaa mootummaa Ahashweros keessa jiran hundumaa fixuu in barbaade.