1
HOJII ERGAMOOTAA 15:11
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Nuyi garuu ayyaana gooftaa keenyaa Yesusiin fayyuu keenya in amananna; isaan immoo akkuma kanatti in fayyu? jedheen*.
Compare
Explore HOJII ERGAMOOTAA 15:11
2
HOJII ERGAMOOTAA 15:8-9
Waaqayyo inni garaa namaa beeku, hafuura qulqulluu nuufis immoo akkuma kenne, isaaniif kennuu isaatiin, isaan simachuu isaa mul'iseera*. Inni amantiidhaan garaa isaanii qulleesse malee, nuu fi isaan gidduutti garaagarummaa hin argisiifne*.
Explore HOJII ERGAMOOTAA 15:8-9
Home
Bible
Plans
Videos