?Jara nana, inni isin hojjettan kun maali? Nuyi waaqayyolii miti, akkuma keessan nama. Wanta waa'ee hin baafne waaqessuutii gara Waaqayyo isa jiraataatti akka deebitaniif dubbii gammachiisaa isinitti in himna; Waaqayyo inni jiraataan waaqichaa fi laficha, galaanicha, isaan kana keessa kan jiraatan hundumaas uumeera*.