YouVersion Logo
Search Icon

HOJII ERGAMOOTAA 14:9-10

HOJII ERGAMOOTAA 14:9-10 MACQUL

Inni achi ciisee waan Phaawulos jedhu dhaggeeffachaa ture; yommus Phaawulos ija isaa keessa ilaalee, fayyifamuudhaaf amantii akka inni qabu arge*. Achumaanis sagalee guddaadhaan, ?Ka'i qajeelii, miilla keetiin dhaabadhu!? jedheen, namichi utaalee ka'ee asii fi achi adeeme.