HOJII ERGAMOOTAA 15:8-9
HOJII ERGAMOOTAA 15:8-9 MACQUL
Waaqayyo inni garaa namaa beeku, hafuura qulqulluu nuufis immoo akkuma kenne, isaaniif kennuu isaatiin, isaan simachuu isaa mul'iseera*. Inni amantiidhaan garaa isaanii qulleesse malee, nuu fi isaan gidduutti garaagarummaa hin argisiifne*.