Dubartoonni sunis,
<<Saa'ol kumaatama ajeefate,
Daawit garuu kuma kumaatamaa
in ajeefate>> jedhanii,
wal harkaa fuudhanii in weeddisu turan*.
Dubbiin kun hamaa ta'ee Saa'olitti waan mul'ateef, baay'isee isa aarse;<<Anaaf kumaatama, Daawitiif garuu kuma kumaatamaa in lakkaa'an; mootummicha fudhachuu malee, maaltu isa hafe!>> jedhe.